Sifsin Tube
TubeHealth is an independent service and is not affiliated with or endorsed by YouTube or Google.
Data displayed on this page is retrieved via YouTube API Services.
Updated:
Sifsin Tube Channel Description Snapshot
Channel Description
Anaa dhufu 🤝 welcome to my channel👏
Bagaa nagaan dhuftanii gara channel keenya isinin jecha. namoonni maal kayyoon Channel Kuni dhaabbatef jettanii gaaffii isinitti tahee hundi akka armaan gadiitti isinif maxxanse obsan duubisa 🙏
#kan dhaabbaatef namoota fedha ispoortii qaban kan isaanii jallattan yoo fedhan mana ta'anii yoo fedhan mana Jimii deemun haala mijaawa taheen dalaguu akka dandahanitti isini qabaadhe dhufee . kanaf asuman maatii keenya taaha kabajan isin gaafadha🙏 .leenjiin nuti keninus kanen arman gaditi
1 #Furdina hir,isuf.
2 #Shape qaama ykn boca qaama keenya
3 #Jaabina qaama (body exercise)
4 #Erobiksii
5 #Six pack ykn boca garaa
6 #Chest
7 #Baceps💪
8 #Tracepsii
9 #Leg ykn bocaa millaa
10 #Back ykn dugda duubaa bocaa isaa
11 #Shoulder ykn gatiitti ,saggoof
12 #Pattern Taekwondo ITF
13 #self defense fi baco, drama, comedy kk.kkf dha isinis yaada yoo qabaattan naf baressa. Wal haa jajjabeessinu . galaatooma waan subcribe gootaniif baayyeen isin jallaadha.
facebook

About This Page
Methodology: This page displays a snapshot of publicly available creator information retrieved via YouTube API Services.
Snapshot
Snapshot Date:
Data Source: Public data retrieved via YouTube API Services
Data is refreshed at least once every 30 days.