Du'ii FI Zikkiri
TubeHealth is an independent service and is not affiliated with or endorsed by YouTube or Google.
Data displayed on this page is retrieved via YouTube API Services.
Updated:
Du'ii FI Zikkiri Channel Description Snapshot
Channel Description
As-Salaamu Aleykum Warahmatullaahii Wabarakaatuh!
Obboleewwan kiyya jaalattoota haqaa, baga nagaan gara Ibsa Media dhuftan! Maqaa kiyyaan chaanaalota hedduun karaa sobaatiin banamanii jiru. Garuu isin ulfaadhaa gara chaanaalii dhugaa fi amanamaa dhufuu keessaniif baga gammaddan!
Yoo fedha Rabbii ta'e, chaanalii tana irratti:
Islaamummaa ifa ta'e isin barsiifna
Seenaa addunyaa keessatti barnoota irraa fudhatamu isin daawwachiifna
Yaada dogoggoraa fi amala badaa sirreessuun isin deeggarra
Dammaqina qalbii fi ijaarsa yaadaa isiniif qoodna.
Hayyoota dhugaa dubbisuun haqa isin hubachiisna
Kanaafuu... Chaanala kana Subscribe, Like fi Share gochuun, da'awaa Rabbii keessatti harka qabaadhaa.
Galatoomaa!
About This Page
Methodology: This page displays a snapshot of publicly available creator information retrieved via YouTube API Services.
Snapshot
Snapshot Date:
Data Source: Public data retrieved via YouTube API Services
Data is refreshed at least once every 30 days.